Qorannoon Dhimma Nageenyaarratti Fullaffetu Dhihaate!

Gamtaan dhaaboolee tola oltootaatiin kan qindaayee qorannoon dhimma nagaahaa irratti xiyyeeffatu Sadaasa 30 bara 2023 ALA..Magaalaa Finfinnee hoteela skylihgt ti gaggeeffame!

Marii kana irratti bakka bu'oonni mootummaarraa,hogannoonni dhaaboolee tola oltootaa fi hayyoonni adda addaa kan argaman yoo ta'u;,barruulee qorannoo nagaarratti xiyyeeffatan 6 ol hayyootaan dhihaatanii hirmaatootaan mariin baldhaan irratti taasifameera.

Marii dhimma nagahaarratti CSO qophaawe kanarratti itti gaafatamaan GPF-Ethiopias argamuun yaada isaanii gumaachaniiru.

Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *